Wal qunnamti saala Gaa'ila Duraa

 



Wal qunnamtiin Saala shaakala dhalli nama raawwatu keessa isa tokko yeroo ta'u, raawwi fedha qaama saalaa nama biraa waliin rawwachuu DNA( yookan sanyi hiddi nama keessa maddu)  kessatti kan ijaaramedha.lafa kana irratti namni akka bayatu kan godhudha. wal qunnamtiin saala uumamadha kenna waaqayoo dhala namaf kenne jenne waamuuf saalfii hin barbaachisu.

Macaafa qulqullu kessattiho Gaa'ela dura walqunnamtin saala eyyamamera?


Barsiisa haala garaagarattin kallattidhan wa'ee kana yeroo bayye barsiifamu carraa arganne gurraan dhagahu dandeenyera ta'a. caalaatti barsiisa idile dargaggoota irratti waa'e gaa'elaaf barsifamu irratti,hata'u male waan hunduma caala barsiisa sobaa amma yeroo kanatti babal'acha jiru kessa "cubbun yeroo lama hin jiru" itti fufee barsiifamatti jira. bayeen dargaggoota keenya karaa badiisa hordofuudhan ergaa sagalee waqayyo of duubatti dhiisun caaffata qulqulla'aa kessatti kan bareefame dagachuutti jiru. 1Qoronxos 7:2  irratii  ciimsee barsiisa namni hundu addatti hadha manasa qofaa waliin akka heyyamame barsiisa. 

Comments

Post a Comment